Burka Bori primary and Middle School
Online Admission Daily Report

Daily Report

14th June, 2026

Sample Photos

ቡርቃ ቦሪ አ/ደ/ት/ቤት የሚወክሉ በለሚኩራ ክፍለ ከተማ ፖሊስ መምሪያ እና ትራፊክ ማኔጅመንት በቀን 05/10/2018 ዓ.ም ስልጠና ለወሰዱ  ለ10 ለተማሪ ትራፊክ አባላት  አንፀባራቂ አልባሳት መቀበል ችለናል።


ለ6ኛ እና 8ኛ ክፍል ተማሪዎች በፈተና ዝግጅት: 
✅ በፈተና ወቅት ከተማሪዎች የሚጠበቁ እና 
✅የተከለከሉ ጉዳዮች ዙሪያ ግንዛቤ መሠጠት ተችሏል። 👉በአጠቃለይ የፈተና ዝግጅት ስነ-ቦና ላይ ምን ማድረግ እንዳለባቸው እንዲሁም ከጭንቀት የመውጣት ሂደትን በተመለከተ በተገቢው መንገድ ሲስተር ኤፍራታ ግንዛቤ ሰጥታለች።


Guyyaa gaafa 05/10/2018tti akka kutaa magaalaa Lammii kuraatti Qajeelchi poolisiifi hooggansi tiraafikaa leenjii hubannoo uumuu, barattoota 10 mana barumsaa Burqaa Borii bakka bu'aniif uffata calaqqee kennanii jiru.


Qophii qormaataa ilaalchisee barattoota kutaa 6ffaafi 8ffaaf:
✅ Yeroo qorumsaatti wantoota barattoota irraa eegamu fi
✅ Dhimmoota hordofaman irratti hubannoofi wantoonni hundee ta'an kennamuu danda'aniiru.
👉 walumaagalatti, qophii qorumsaa irratti maal raawwachuu akka qaban akkasumas dhiphina keessaa bahanii hojjechuu akka qaban karaa Siister Efrataa hubannoo kennameefi jira.

.

Copyright © All rights reserved.

Created with