Burka Bori primary and Middle School
Online Admission Football Computation

Football Computation

17th December, 2025

የተማሪዎችና የመምህራን ስፖርት ሊግ ውድድር ተጠናክሮ ቀጥሏል። በዛሬው እለት በቀን 8/4/2018 በወረዳ 02 አስተዳደር ትምህርት ጽ/ቤት በት/ቤቶች መካከል የመምህራን ስፖርት ሊግ ውድድር የተደረገ ሲሆን የካ ጣፎ ትምህርት ቤት ከቡርቃ ቦሪ ትምህርት ቤት ጋር ተጫውቶ ጫወታው 2ለ2 በአቻ ውጤት ተጠናቋል ። የመልስ ጫወታ በሚቀጥለው ሳምንት ይደረጋል ።
Liigiin Barattootaa akkasumas kan barsiisotaa jabaatee kan itti fufedha. guyyaa har'aa (08/04/2018) Kutaa magaalaa Lammii kuraa Aanaa 02tti manneen barnootaa sadarkaa 1ffaafi giddu-galeessaa keessaa Burqaa Boriifi Eekkaa Xaafoo gidduutti wal dorgommiin kubbaa miilaa geggeeffame qabxii walqixaa 2 fi 2 kan kan raawwate yoo ta'u, taphni deebii torban kan taasifamu ta'a.

.

Copyright © All rights reserved.

Created with