Burka Bori primary and Middle School
Online Admission Grade 6 And 8

Grade 6 And 8

14th June, 2026

ቡርቃ ቦሪ አ/ደ/ት/ቤት 

ለ6ኛ እና 8ኛ ክፍል ተማሪዎች በፈተና ዝግጅት: 
✅ በፈተና ወቅት ከተማሪዎች የሚጠበቁ እና 
✅የተከለከሉ ጉዳዮች ዙሪያ ግንዛቤ መሠጠት ተችሏል።

👉በአጠቃለይ የፈተና ዝግጅት ስነ-ቦና ላይ ምን ማድረግ እንዳለባቸው እንዲሁም ከጭንቀት የመውጣት ሂደትን በተመለከተ በተገቢው መንገድ ሲስተር ኤፍራታ ግንዛቤ ሰጥታለች።

 Mana barumsaa Burqaa Boriitti

Qophii qormaataa ilaalchisee barattoota kutaa 6ffaafi 8ffaaf:
✅ Yeroo qorumsaatti wantoota barattoota irraa eegamu fi
✅ Dhimmoota hordofaman irratti hubannoofi wantoonni hundee ta'an kennamuu danda'aniiru.
👉 walumaagalatti, qophii qorumsaa irratti maal raawwachuu akka qaban akkasumas dhiphina keessaa bahanii hojjechuu akka qaban karaa Siister Efrataa hubannoo kennameefi jira.

.

Copyright © All rights reserved.

Created with