Burka Bori primary and Middle School
Online Admission News

News

06th July, 2025

በ29/10/2017 ዓ.ም በት/ቤታችን የማጠቃለያ መድረክ የተማሪ ውጤት ትንተና እና አፈፃፀም : የ90 ቀናት የንቅናቄ ዕቅድ እና የወላጅ ተማሪ መምህር ህብረት ኮሚቴ የተሠሩ ስራዎችን ለተማሪ ወላጆች ሪፖርት ማቅረብ ተችሏል። እንዲሁም የተማሪ ሰርትፍኬት  የተማሪ ወላጆች በተገኙበት ከ1ኛ-8ኛ ክፍል ከፍተኛ ነጥብ ያመጡ ተማሪዎች ዕውቅናና ሽልማት በመስጠት  በደማቅ ሁኔታ ተጠናቋል።

Guyyaa 29/10/2017 Manni barumsaa Burqaa Borii marii waliigalaa Qaaccessa qabxiifi raawwii akkasumas karoora sosochii guyyoota 90 Maatii barataa, Barsiisotafi Koree hawaasaaf gabaasni dhihaachuu danda'eera. Kana malees barattoonni bakka maatiin isaanii argamanitti kutaa 1ffaa -8ffaatti jiran ragaa barnootaa isaanii fudhachuufi kanneen isaan keessaa qabxii gaarii fidan ammoo akka jajjabaataniif badhaasni bifa ho'aa ta'een raawwatameera.

.

Copyright © All rights reserved.

Created with